Channel
▶️Chaanaalii kana irratti Odeeffannoo Cheelsiin walqabatan kanneen akka:- 🔷️Jijjiirraa taphattoota Cheelsii 🔷️Seenaa taphattoota Cheelsii 🔷️Tapha Kallattiidhaan 🔷️kanneen biroos PRIDE OF LONDON 🔵 🙎♂️: @jaesa35
Updated: 2026-09-10
🚨 Chelsea January dura sarara giddugaleessaa isaanii irra deebi’anii ni madaalu. Garee cimsuufis baay’ina caalaa qulqullina filatu. 🔵 Enzo Fernández gatii barbaadan yoo hin argan…
🚨👀 Chelsea taphattoota biroo yoo xiqqaate 2 waliin waliigaltee haaraa irratti afaaniin walii galaniiru. Beeksisni isaanii yeroo dhiyootti ni dhufa. 🔵 Haalli Fernández, Pedro Net…
🎙️ Xabi Alonso — Gaaffii fi deebii isaa tapha Hull City dura: 🔹 Palmer fi Rogers badhaasa PotM irratti wal falmanii turan irratti: “Lamaan isaanii badhaasa kana argachuu akka qab…
🗣️ Pedro Neto: “Waliigaltee haaraa Chelsea waliin mallatteessuun baay’ee natti tole. Ergan as dhufee kaasee namoonni as jiran baay’ee na gargaaraniiru. Asitti akka mana kootti nat…
🚨🔵 OFFICIAL: Pedro Neto waliigaltee haaraa Chelsea waliin mallatteesse, kan hanga 2032 tti turu! ✍️💙 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @OROCHELSEA @OROCHELSEA
🚨🏆 OFFICIAL: João Pedro badhaasa Premier League Player of the Month kan ji’a August mo’ate! 🔵💙 👏 Baga gammadde, João! 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @OROCHELSEA @OROCHELSEA
Uffata sadaaffaa chelsea bara kana 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @OROCHELSEA @OROCHELSEA
🚨🏟️ Jijjiiramni abbummaa Chelsea keessatti dhufaa jiru, karoora istaadiyeemii haaraa irratti dhiibbaa yeroo dhiyootti mul’isu danda’a. Eghbali fi Boehly, Stamford Bridge haaromsu…
How AvaTrade runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
How Exness runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
How FP Markets runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
How IC Markets runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.